Jira Yesuus

0 views
Skip to first unread message

Mariela Laflam

unread,
Aug 5, 2024, 7:21:04 AM8/5/24
to viebecurjess
Kasaahunanin Hiriyaa Alamaayyooti Afaan Oromoo kun Oromiffa ifaa qajeelaa. Yoo akkas hin tahin, ummanni kun hundu ragaa haa tahuu! Anin gama kiyyaan Aayata(keeyyata) akkana jedhu kitaaba keenya kana keessatti ardhuma arge.Namni akka kiyyaa kan hin argini hedduudha jedhee qiyaasa. Kan biraas yoo jiraate nuu dabali hiikkaa gallee abbotii keenya gaafannaa.

Kaasahun;- anatu dubbisa Yesus ammoo. Biyya lafaa irratti nagaa Fiduudhaaf waanan dhufe isinitti hin fakkaatin,anin Billaa fiduu dhufe malee nagaya fiduudhaaf hin dhufne.

Arab;-nama tokko isaa haasoyni akkanaa afaani bahu warroonni Poolisaa yoo dhagayan maal isa godhan, kan jedhuuf deebiin ifa jira! Kitaaba fakkenya boqonna 23 lakkofsa 31 dhugaatii nama macheessu dhuguu dhiisiitii, ijaanuu laaluun dhoorgaa dha. Garuu Yesus dhugaa ture, wangeela maatewoos boqonnaa 11 lakkofsa 18-19 dubbisi.

Kaasaahun;-Yohaanni yommuu dhufe,nyaata hin nyaatu, dhugaatis hin dhugu ture isaan ammoo inni Seexaana qaba jedhan. Ilmi namaa(Yesus) yommuu dhufe, in nyaata, (daadhii waynis) in dhugas,..


Arab;-kitaabni Qulqulluun dhugaati daadhii guutumatti dhoorge, kan nama

macheessuu miti kan jedhu meetu? Erga kitaabni Qulqulluun dhoorge

Yesus mataan isaatuu maalif dhuga? Dilii(cubbuu) mitii?


1. ኢስልምናና አፍሪካ (በ1941)Islaamumaafi Afrika kan bara 1941 maxxanfame.

2. ለምን አልሰለምሁም? Maalif hin Islaamin?

3. በኢትዮጵያ የሃይማኖት መቻቻል ኣለን? Itoophiyatti Amantiin wal dandayuun ni jira?


8.jaalatamaan obboleessi kenya Ustaaz Muhammad Kadir VCD isaa kan አስመሳዮችን ማጋለጫ kan fakkeessitoota saaxilaa! jedhu irratti Kitaabota ummanii ortodoksii waagga 40 fi 60 dura islaama kafarsiisuuf barreessan heddu garsiise, VCD isaas bakka kaassettonni Islaamaa itti gurguramanii ni argattu, bitattanii laaluu ni dandessu Namni wahis kan maqaan Mihrataab Jedhamu Dr\ Zakirii deebii kenne jedhee dubbii Dr\Zakir mummuree deebii jedhee VCD wahii gadi dhiisee, namni yoo deebii namaa kenne kaasseta guutuudhaaf deebii kenna malee dubbii namaa

cicciruun deebii miti. Deebii kenne jedhee VCD gadi dhiisuun isaa kun, ummata isaa keessatti maqaa barbaaduu malee haqa barbaadu miti.


Alamaayyahu fi Buruuk waltajji gadi dhiisani deeman. Jalqabas fedhii isaaniitiin gara waltajjii waan dhufanif namni tokkollen akka isaanitti hin duubbanne. Kaasahun marii ittuma fufe. Wangeela Yohaannis 2;3 dubbisi


Arab;- Yesus dhugaatii Waynii qopheessaa ture, Yesus kan dhufeef nu barsiisuuf jettanii, Akka amma laalletti dhugaatii dadhiis akkaataa itti qopheessanis barsiise jechuudha. Waaqa osoo tahee,waan badaa(hamtu)

nama barsiisaa? Ofiifis dhugaatii daadhii dhugaa Rabbummaan (waaqummaan) isaa eessa jirti?


Goofta YESUS Gochaa ati Naa Goote Kanaan Dura

Hin irraanfadhu yeroo hundaa fula koo dura jira

Hin moofa'u yerooma yerootti ni hara'a

Eebba kee kanaaf galatan siif galcha gaafa hundumaa



Araarri kee akka burqaa bishaaniti hin cinnee dha

Odeessee hin fixu, lakka'ee hin dhumu baay'ee baay'ee dha

Waanan argee fi kan na qaqqabe dhugaan odeessaa

Harki abbummaa kee inni na gargaare uggum eebbisaa



Goofta YESUS Gochaa ati Naa Goote Kanaan Dura

Hin irraanfadhu yeroo hundaa fula koo dura jira

Hin moofa'u yerooma yerootti ni hara'a

Eebba kee kanaaf galatan siif galcha gaafa hundumaa



Bitaa fi mirgaa koo ilaalee yommuun homaa dhabee

Harka keen argee utuun hin badiin dhufee na qabee

Humna dhabee gonkumaa dhabachuu yommun dadhabe

Jireenya koof ati utubaa taatee dhabachiiste



Goofta YESUS Gochaa ati Naa Goote Kanaan Dura

Hin irraanfadhu yeroo hundaa fula koo dura jira

Hin moofa'u yerooma yerootti ni hara'a

Eebba kee kanaaf galatan siif galcha gaafa hundumaa



Akki hojii kee hubachuun isaa namaa hin dandaa'amu

Ogeessi ogummaa isaatiin bira ga'uu hin danda'u

Jaalala kee fi tola keef gatiin isaa hin argamu

Akkasumattin galanni gudaan isaa siif ha ta'u



Goofta YESUS Gochaa ati Naa Goote Kanaan Dura

Hin irraanfadhu yeroo hundaa fula koo dura jira

Hin moofa'u yerooma yerootti ni hara'a

Eebba kee kanaaf galatan siif galcha gaafa hundumaa



3a8082e126
Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages