Gatii Sharafa

0 views
Skip to first unread message

Leysan Torri

unread,
Aug 5, 2024, 7:07:32 AM8/5/24
to larmonsrafes
MootummaanItyoophiyaa gatii jijjirraa birrii sharafa alaa gadii buusuudhaaf karoorfateeraa oduun jedhamuu dhuugaa akka hin taane itti aanaa ministirri maalaqaa biyyatti Obbo Iyoob Takkaliny Fuulaa tiwuutarii isaanii irratti beeksisani jiru.

(Amata 10 dura namni tokko Ameerikaa keessatti Doolaara 100 yoo siif liqeesse. Nama Kanaan Finfinnee keessatti barana wal argitan. Achi booda mallaqa kiyya naaf deebisi siin jedha. Amata 10 dura jechuun bara 2012tti doolaarri 100 hanga birrii 1800 tti sharafamaa ture. Kanaafuu amma sharafa gaafa saniitiin birrii 1,800 siif kenna jechuu mirga hin qabdu. Abbaan mirgaa nama mallaqa liqeesse malee kan liqeeffatee miti. inni yoo fedhe mallaqa siif liqeesse guutuu siif dhiisuu ykn sharafa gaafa saniitiin sirraa fudhachuu mirga qaba.


Ati yoo Doolaara 100 harkaa qabaatte, $100 kan yeroo ammaa harkatti itti kennuu qabda. innis baankii dhaqee sharafa ammaatiin sharafata. Yoo doolaara harkaa hin qabaannee ammoo, birrii itiyoophiyaa sharafa ammaatiin kennuufii qabda)

3a8082e126
Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages