Maa Ustan, maa cal'istan ree?

6 views
Skip to first unread message

Abdi Saba

unread,
Oct 26, 2005, 12:41:47 AM10/26/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Akkam Jirtan hundi Ilmaan Oromoo kan Gamanaa fi gamaa,

Tibbanna namni hundu caal'isemma waan hojjitti fuulefatte fakkata haa
taa'u ammoo isa jalqabne hanga galman genyutti
wol-gaggafacha, wolitti irkanne tabba bahu nu feesisa.

Hama ammatti sochin jiru baay'ee gariyyoo fakkata, torban sadi
keessaatti dhiba keessaa harka 24 oli kaa taa'u xumurerraa
(main search site) jechu kooti.

Kanaf amma namooni wori kani Obboo Hundee, Tamanaa fi Soressaa
akkasumas Faajjii osoo wol-irra hin tulamne maalo Gilgaluu isa wol-jala
bafacha demma. Ani akka nama tokkootti waan Quubessun naa dhibuf hojii
sana isinif dhisen jira.
Kara biroo haayu Oromoo kan Afaani DR.ABDULSAMAD waada naa senani jiru,
innis isini faana akka gilgaluu kana irratti fuulefatu ni qayyabachisa.

Egaa ammaf kanumaa, mani kunis akka hin qabannofne mee yaada wol-haa
jijjiru kaa!

Nagaa waaqa keessaa tura,
Abdi saba tti.

Sooressaa/Tokkummaa

unread,
Oct 26, 2005, 10:52:23 AM10/26/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Hayyee Nageenyi badhaadhaa ilmaan Oromoo,
Obb. Abdii Sabaa yaannii isaanii baayyee gaariidha. Gama kootiin amman
danda'e jijjiiruufi gulaaluurraa qoodan fudha.Namoonni Guddina Afaan
Oromoo keessatti karaa baasaa turan kan akka Dr. Abdulsamad faa tole
jechuun isaanii gaariidha. Egaa gahee hojii isaanii qoodifi tarkanfitti
akka ceehan taasi.
Egaa gareen jijjiirraa kanarratti qooda fudhachaa jiru akkuma hojii
kana xumurreen dhimmoota biyya keenya Oromiyaa ilaallatanirrattis
mari'achuuf osoo lafuma jala itti qophoofneen jedha. Garuu dura isa
harkaa qabnu haa xumurru.
United WE STAND divided WE Fall!
Soressaa

tokk...@nexgo.de

unread,
Oct 26, 2005, 11:09:51 AM10/26/05
to mee...@gmail.com, gumii-dagaagin...@googlegroups.com
Nagaa ooltanii / bultanii marti keessanuu?

Galata Waaqaa ani nagayaan jira.

Akkuma duraanuu xalayaa dhuunfaatiin (offline) obbo Damee beeksise, hujii hojjataa jirta kana keessatti jalqabarraa kaasee isin waliin waan hojjatiniif, waan isin hajjatanii xumurtan irratti yaada kiyya kennuun duubatti akk isin hin-deebifne jedheen cal'ise. Haa ta'u malee, waan isin hiiktanii xumurtan irratti;
fakkeennaaf waan kka qubee sirreessuu faarratti (hanga dandeettii kiyyaatti) isin gargaaruuf qophii
dha. Kanaafuu, dirqama isinitti fakkaate irratti yoo na ramaddan (waan ofii kiyyaa danda'uun) anillee
isin gaargaara.

Nageenni Oromummaa isin hunda waliin haa jiraatu. Jiraadhaa, jabaadhaa, jajjabaadhaa!!!

T. Ganamoo Caamsaa

----- Original Nachricht ----
Von: Sooressaa/Tokkummaa <Mee...@gmail.com>
An: Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo <Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com>
Datum: 26.10.2005 16:52
Betreff: Re: Maa Ustan, maa cal'istan ree?
Machen Sie aus 14 Cent spielend bis zu 100 Euro!
Die neue Gaming-Area von Arcor - über 50 Onlinespiele im Angebot.
http://www.arcor.de/rd/emf-gaming-1

Faajjii Seenaa

unread,
Oct 26, 2005, 12:47:49 PM10/26/05
to adem...@gmail.com, Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com
Nageenyi bakka jirtaniitti isin haa handhuuru!
Akkam jirtu obboloowwan?
 
Obbo Abdii,
Yaa dhiiroo mataan callisnaan qaamnis callise bar. Yoo mataan cimate qaanis cimata waan ta'eef hordoffiin karaa kan kee nibarbaachisa natti fakkaata. Waan kanarratti situ walitti nu qabe waan ta'eefan akkas siin jedhe. Kan koo waan silaa godhi jette akkuma kanaan duraatti natti ergi. Hayyoota afaaniis akkasiin irratti affeeruun kan kee hedduu nama gammachiisa. Ammoo Hayyoonni keenyas kanarratti fedhii godhachuu isaaniif guddoo haa ulfaatanin isaanin jedha.
Faajjiidha.

Abdi Saba <adem...@gmail.com> wrote:


Yahoo! FareChase - Search multiple travel sites in one click.

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages