Yoo akkas Goone hoo?

6 views
Skip to first unread message

Abdi Saba

unread,
Oct 26, 2005, 11:55:23 PM10/26/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Mana kana Dhilte-Dhinaa?

Yaada Gulaaluu kana irratti waa jechu barbaade. Tokkooffaa Rammadin
haroofni akka arman gadi kana jira.

1-Main Search Site----Tamane Bitima (over 2200 words/phrases)

2-Toolbar and Gmain E-mail----Tokkummaa Ganamoo (some 400-500 phrases)

3-Main site help pages---- Sooresaa/Tokkummaa ( Over 1200 relatively
longer phrases)

4-Gmail UI---Faajjii Seenaa ( About 1000 I guess)

5-Wireless and Toolbar Installer.....Dr.Abdulsamad????
(although not confirmed yet I believe another couple hundred words)

6-Kan haafe hundi gaggababoo waan ta'annif yoo fedhi keessan taa'e
maaloo Obboo Hundee Jibaati jigii/daboo nuu baya dirqama kana fudhadha!
Akkas caali'isun keessan yoo dhagayu battan maale nama heddu yaadessa
dhuferra!

Lammaffaa, Rammaddin koo kuni egaa "Cali jedhema/randomly " kan godhe
yoo taa'u haala yoo namni itti baay'atu jiratte nama isini dabaluu
yaala.

Sadafaa, Rammadin kuni hooji safisisaa jedhe yaadetti kan ani akkan
godhe haa taa'u ammayyuu akkamitti waaltesuu akka dandennu mataa koo
wojjii woldhansoo qaba jira.
Isini hoo maal isitti fakkataa? Akkam yoo goone irraa woyaa?
Nagayan Bulaa/Olaa!!!!!
Damee dha aka Abdi saba.

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages