Galmee jechootaa ICTfi kan Afaan Oromoo

31 views
Skip to first unread message

Sooressaa/Tokkummaa

unread,
Oct 16, 2005, 9:35:04 AM10/16/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Nageenyi badhaadhaa obboleeyyan kiyya,
Adeemsa jijjiirraa keessa yaadan argadhen siniif qooduu fedhe hardha;
wayita jijjiirraa kana goonu galmee jechoota teekinikaa ICTfi Afaan
Oromoo qabaachuun baayyee gargaara. Hojii kanarratti wanti nuti hiiknu
jechoota teekinikaati. Hiika teekinikaa kana hubannaan yaada
isaa(concept) isaa fudhachuun afaan keenya keessaa jechoota bakka bu'uu
danda'an yookaan walitti siqanitti hiikna. Galmeen jechootaa Afaan
Oromoo "online" hinjiru kan jechoota teekiniikaatiif garuu liinkii
armaan gadii fayyadamaa:
http://www.techweb.com/encyclopedia/
Jaabaadhaa dhiroo,
Sooressaa/Tokkummaa

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages