Maamila haaraa

8 views
Skip to first unread message

Eger

unread,
Dec 20, 2005, 10:52:54 PM12/20/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Harka fuune,

Ammaanuma tanan gurmuu kanatti miseensome. Gumii dagaagina afaan Oromoo
jedhaa iyyuun itti gammadee irraa qooda fudhachuuf murteessee
misoonsomeetii maaloo abbaan tokkoon keessan akeeka isaa yoo naa
ibsitan hedduun galateeffadha.

Bosonaa

unread,
Dec 21, 2005, 9:53:03 AM12/21/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Akeekni gurmuu kanaa kan duran galmaan gayuf tattafata jiru, Fulle
(google.com) kana gara afaan Oromotti hiikuuf. Barrefama asi keessatti
miseensota jiddutti walii ergamaa turef kan jirus haaluma kana
agarsiis. Kana irratti dabala yoo barbachiise ka abban bulchiinsa mana
kana ana miti isaan itti dabaluu ni danda'u.

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages