Miseensummaa kiyyaa Gammachuun Fudhee Jira

9 դիտում
Անցնել առաջին չկարդացված հաղորդագրությանը

Seyou Nurie

չկարդացված,
04 հոկ, 2005 թ., 17:41:2404.10.05
– Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com

Hayyee Ilmaan Oromoo,

Waa'ee Afaan keenna guddisuu fi dagaagsuu irratti Oromoon hundi walii gala natti fakkaata. Maaliif hoo jenne, Afaan Oromoo waan hundaa caalaatti eenyummaa keenna mul'isa. Kanaafuu, mee jabaannee irratti haa dalagnu.

Sayyuu


Yahoo! for Good
Click here to donate to the Hurricane Katrina relief effort.

Hundee Jibaati

չկարդացված,
11 հոկ, 2005 թ., 23:33:0311.10.05
– Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com
Obboo Sayyuu galatoomi! Waayee afaan oromoo qofa
irratti otoo hin taane waayee bilisummaa oromiyaa
irrattilleen waliif gala garuu tooftaa isaa irratti
wal didan malee.
Haa jabaannu.

--- Seyou Nurie <wt_...@yahoo.com> wrote:

>
> Hayyee Ilmaan Oromoo,
>
> Waa'ee Afaan keenna guddisuu fi dagaagsuu irratti
> Oromoon hundi walii gala natti fakkaata. Maaliif hoo
> jenne, Afaan Oromoo waan hundaa caalaatti eenyummaa
> keenna mul'isa. Kanaafuu, mee jabaannee irratti haa
> dalagnu.
>
> Sayyuu
>
>
>
> ---------------------------------
> Yahoo! for Good
> Click here to donate to the Hurricane Katrina
> relief effort.




__________________________________
Yahoo! Music Unlimited
Access over 1 million songs. Try it free.
http://music.yahoo.com/unlimited/

Faajjii Seenaa

չկարդացված,
12 հոկ, 2005 թ., 05:51:1912.10.05
– Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com
Obbo Hundee Jibaat galatoomi dhiiroo!
Nageenyi bakka jirtanitti isin haa handhuuru ilmaan biyyaa. Akkam jirtu? Akkuma obbo Hundee Jibaat jedhetti waa'ee dhimma biyya keenyaarrattillee haasa'uun barbaachisaadha. Lamaanuu waliin deemsisuun nidanda'ama. Ani amma ammaatti waa gumaachee hinjiru. Mee akkan ta'us ta'ee hojjachuu waanan fedhuuf Obbo Dameen kana hojjadhu jedhiitii attach naaf godhi.
Milkiisaadha.

Hundee Jibaati <hjib...@yahoo.com> wrote:

Obboo Sayyuu galatoomi! Waayee afaan oromoo qofa
irratti otoo hin taane waayee bilisummaa oromiyaa
irrattilleen waliif gala garuu tooftaa isaa irratti
wal didan malee.
Haa jabaannu.

--- Seyou Nurie wrote:

>
> Hayyee Ilmaan Oromoo,
>
> Waa'ee Afaan keenna guddisuu fi dagaagsuu irratti
> Oromoon hundi walii gala natti fakkaata. Maaliif hoo
> jenne, Afaan Oromoo waan hundaa caalaatti eenyummaa
> keenna mul'isa. Kanaafuu, mee jabaannee irratti haa
> dalagnu.
>
> Sayyuu
>
>
>
> ---------------------------------
> Yahoo! for Good
> Click here to donate to the Hurricane Katrina
> relief effort.




__________________________________
Yahoo! Music Unlimited
Access over 1 million songs. Try it free.
http://music.yahoo.com/unlimited/


Yahoo! Music Unlimited - Access over 1 million songs. Try it free.

Պատասխանել բոլորին
Պատասխանել հեղինակին
Փոխանցել
0 նոր հաղորդագրություն