Sabboontota miseensota Gumii Dagaagina Afaan Oromoo hundaaf

21 views
Skip to first unread message

Faajjii Seenaa

unread,
Jul 11, 2006, 5:02:11 AM7/11/06
to adem...@gmail.com, Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com
11/07/06
Nageenyi haadursu!
Miseensota Gumii Dagaagina Afaan Oromoo hundaaf
 Dhimmi: Gargaarsa gaafachuu ilaala.
 Kabajamtoota sabboontota keenya,
Maqaafi gochaawwan Waldaa Dargaggoota Oromoo Keenyaa(WDOK) sabboontota keenya jalaa nidhokata jennee hinyaannu.
WDOK bara 2001 keessa yeroo Oromoon maqaa Oromoo himatee Keenyaa keessa socho’uu dadhabe keessatti, yeroo namoonni tokko tokko gandaan wal ijaaranii tokkummaa Oromoo diiguuf tattaafatan keessa TOKKUMMAAn dargaggoonni kutaa, gosa ykn amantii osoo hinjedhiin wal ijaarree qabsoo bilisummaa Oromoo cinaas dhaabbannee jirra. Kanas network Oromoo adda addaarraa yeroo adda addaatti argaa turtan jenneet abdanna.
 Kabajamtoota sabboontota keenya,
WDOK bifa haaraadhaan of ijaaree daran kaayyoo isaa gabbisee kaayyoo isaa Tokkummaa dargaggootaafi uummata keenyaa cimsuuf, gochaawwan diinni uummata keenyarratti fudhachaa jiru mormuufii dargaggoonni Oromoo karaa tajaajila Hawaasummaa kan akka barnootaafi rakkoolee adda addaatiif wal bira dhaabbatan gochuuf, daran jajjabaannee meeshaalee adda addaa qabaachuuf irreen maallaqaa waan nu barbaachiseef, warreen tokkummaa Oromoofi qabsoo Oromoo deeggartan hundi waan dandeessaniin akka nuuf gumaachitan gaafanna.  
 Dargaggoonni Irree Sabaati!
 
Koree Hojii raawwachiiftuu WDOK
 
Hub. Maallaqni kan ergamu karaa
Lelise Tadese (Abbaa Dinagdee)
Telefoona : (254)722974279
Maallaqni yeroo ergame qaamota armaan gadiifis garagalcha nuuf godhaa
1.     Milkiisaa Raggaasaa (Durataa’aa WDOK)
Telefoona:  (254)725366675
2.     Lammii Hamdee (Ittaanaa WDOK)
Telefoona: (254)722107631
3.      Kanaa Waaqoo (Durataa’aa Koree To’annoo)
Telefoona: (254)726622716
    4. Imeelii waldichaa irree...@yahoo.com jedhuun maqaafii koodii ittiin nuuf ergitan nuuf ibsaa.
 
 
 
 
 
 
 
 


How low will we go? Check out Yahoo! Messenger’s low PC-to-Phone call rates.

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages