Akkam haa goonu?

12 views
Skip to first unread message

Damee

unread,
Apr 21, 2006, 1:40:09 PM4/21/06
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Nagaan Waaqa haa dursu,

Obboleyyan Tokkummaa/Sooressaa fi Faajjii Seenaa baga nagayan jiratan.
Yaada keessanifis galataa argadha.

Dooni namni ofuu hin dhabamne, akka itti ofaantu wolalamee. Dubbichi
akkana namni marsaa kana irraa jiru 39 - hundi keessan ofuuf dandetti
fi carraa argatani jirtu. Kan rakkoo taa'e akka yaada kooti ta'ani
namni biroo akkana goona jedhe hanga Ajajaa dabarsuu eegu fakkatti.
Kuni Aadaa woraa Amerikaa kan "Consumerism" jedhamu sana wajjin
walfakkataa.

Kara biroo ani Projektii "Oromo Youth Leadership Conference" keessaatti
akkan qooda koo kennu waan dirqamni nati kennameef wanan hojadhu
wal-dursu (to prioritize) hanqadhe. Kana achis ergaa mata duree
"dhaamsa" jettu jalatti Ammajjii 30, erge namni naa deebise hin ture
kanafin Jimaa-Jimitee taa'e hafee sanif dhifama asumman.

Ammaa eessa jira - A Long Way To Goooooooo

Google Main Search Site (54% complete) *
Gmail UI (6% complete)
Gmail Email (19% complete)
Gmail Static UI Content (3% complete)
Groups Beta (9% complete)
Main Site Help Pages (61% complete)
Orkut (0% complete)
Picasa2 (4% complete)
Search History (Personalized Search) (0% complete)
Toolbar (63% complete)
Toolbar Installer (15% complete)
Toolbar Resource Files (2% complete)
Toolbar Help Pages (1% complete)
Wireless (22% complete)

Furgoo (Link) sana yoo Irrafatan :
http://services.google.com/tcbin/tc.py

Kan darbe galaana waan dhaqaban hin taane amma akkamitti wajjin
Projektii bonsaa fi seenaa qabeessa kana fixaan bafna kana jedhu
irratti hundi keessan yaada nuuf kenna. Haa hojannuu yaa Ilmaan biyyaa!

Hub: Namni fedhidhan dirqamaa fudhatani akka dursaa marsaa kanatti
hojachudhan naa qarqaruu feetan maalo e-mail dhunfa naaf erga.

Naga Oromummaa wajjin,
Damee~

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages