I just though I should remind you all of where we are as of now. And
also I noticed that they adding more words every once in a while. They
also added a new category called PICASA2 which has over 2050
words/phrases.
Kanaf mee dhiroo haa hojjitti jajjabannuu!
Damee dha.
Oromo
Google Main Search Site (28% complete) *
Gmail UI (7% complete)
Gmail Email (62% complete)
Gmail Static UI Content (3% complete)
Groups Beta (2% complete)
Groups Beta -- High Priority (100% complete)
Main Site Help Pages (51% complete)
Orkut (4% complete)
Picasa2 (0% complete)
Toolbar (63% complete)
Toolbar Installer (14% complete)
Toolbar Resource Files (2% complete)
Toolbar Help Pages (1% complete)
Wireless (25% complete)
Galatomaa
Bosonaa cal'ensaa yeroo dheeraa keessaa nuu dammaqsu keef dacha dacha
ulfadhu. Ergan tana jedhe wonti isin hunda yadachisuu barabaadu,
Namoota hojjin itti rammadamee keessaa
1- Obboo Faajjii fi Obboo Tamanaan ga'ee isani xumuranni kaa hafeef nuu
egata jiru.
2- Obboo Tokkummaa Ganamoo immoo akka irratti hojacha jiran torban
tokkoo dura naa beksisani jiru.
3- Obbolessi kennaa Sooresaa/Tokkummaan immoo waan isan mudattee beeku
hin dandennee. Tarii yoo Univarsitii Finfinnee ammayyuu cufaa taa'e
rakkichi sana ta'uu danda'aa.
4- Obbolessaa kennaa Hundee Jibaati fi Dr.Abdulsamad hanga ammatti waan
isan irra jiran baruu hin dandenne. I am here yet to hear from them.
Karaa biroo akkumma namooni tokkoo tokkoo bektan yeroo dhiyoo kana
keessaa raakkoo dhunfa koof oli gadi deddemaa jira. Yeroo argadhe akka
woli wojjin hojannus deddebi'ee isin yadachisuu hin dandenne.
Kan taa'e taa'e, amma rakkoon bakki jiru nuu woraa Afaanicha sadarkaa
dura hiiku maalettu lafaa dhufe. Worii kan hojji bonsaa hojatanni jiru.
Kanaf ammas namoota kenyaa asi irra jirtan kan akka Roobaa Gudayaa fi
kan biroo maalo mee woli dirmanne waan kana bakka tokkon haa genyu. Ani
karaa koo ji'aa kana ykn MID-DECEMBER irraa kaase akka hojjii koo
lamutti waan kana hojachuuf sagantefadherra.
Haa kaanu yaa ilmaan biyya hojjitti,
Damee.
Ergaan koo kan biraa namoota hojii kana irratti bobbayanii jiraniif:
Hojjii gargaarsa keenna itti barbaadan yoo jiraate nutti birmadha nuyi
isni wojjiin jirra, jabadhaa.
IUOF