wa'ee kana akka Qabsootit haa fudhanuu.

6 views
Skip to first unread message

EDAO

unread,
Oct 12, 2005, 1:13:03 AM10/12/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Oromo tiyya, jabanee wantaa jalqabnee kana bakaan haa geenuu.
yaani anii qabuu tokko yo jiratee, amaaf ofii irrumaa haa afaan kennati
haa hinuu ykn haa jijiruu. offi duratii, irraa debinee hogbaruufi
seeraa adda adda kan hayyuleen afaan oromo qajelaan wa'ee qubee bekkan
wajiin haa qajelchinuu. amaaf hamaa dandetaniit jabadhaa.
Anii barataa UOFM irra.

Message has been deleted

Abdi Saba

unread,
Oct 12, 2005, 10:40:37 PM10/12/05
to Gumii- Dagaagina-Afaan-Oromoo
Akkam Jirtan Ilmaan Biyyaa hundi,

Obboleyyan Hundee, Faajjii fi Eda'oo wori yaada keessan kenna jirtan
galatomaa. Wori kanis akkasumma kaka'umsaa argatanni akka hirmachu
jalqaban abdi gonna.

Akka arga jirutti namooni tokkoo tokkoo "Project" kana irratti hojachu
jalqabani jiru. Fkn...."Groups Betta---high priority" kan jedhu
dhibarra dhiabatti dhumate jira....isa kana ammoo akkaa gulalamu
namoota murasatti ergen jira.

Kan hafees akkuma dhumatun wol-jalla namooni muxannoo gaha qaban akka
Gulalaan/Gilgalaan kaa gafannu taa'a.. Kanaf akkumaa irra deddebinne
dubanetti---haa jabannee sochonnu!

Dhumaaratti jecha "Waan kana akka Qabsootit haa fudhanuu!" jedhu kana
mee osoo siritti xinxalee garii jenna.

Afaan Oromoo haa Dagaguu!
Abdi Sabatti (Damee).

Faajjii Seenaa

unread,
Oct 13, 2005, 9:35:33 AM10/13/05
to adem...@gmail.com, Gumii-Dagaagin...@googlegroups.com
Nageenyi bakka jirtanitti isin haaga'u! Akkam jirtu ilmaan biyyaa?
Yaa ilmaan biyyaa jabaannee osoo hojjannee waan tokkotti nibaana. Waanti guddaan hamilee nihojjanna jedhu of keesatti horannee tumsa qabsoo Oromoos yoo taane waanti nu dhoowwu jira natti hinfakkaatu. Marsaa kanallee akkasii maqaa isaa dhiphisuu baannee osoo baldhifannee eegalleerree maal fakkaata? Siyaasa Oromoos haasa'uu maaltu nu dhoowwa?
Milkiisaa


Yahoo! Music Unlimited - Access over 1 million songs. Try it free.

Reply all
Reply to author
Forward
0 new messages